Biyyoota Lixaa keessatti ofitti heerumuun ykn of fuudhuun (Sologamy) waggoota dhiyoon as akkaan dabalaa dhufeera. Amma ammoo Indiyaas qaqqabeera. Dubartii lammii Indiyaa Kashamaa Biinduu Waxabajjii 11 ...
Abbaan Liyooneel Meesii fi bakka bu'aan isaa Joorjiin Baarseloonaa waliin wal argan garuu taphataa sarara fuulduraa Arjentiinaa ganna 35 kanaaf yaadni jijjiirraa hin dhiyaanne.(Cadena Ser, via Mirror) ...