Taphni waancaa FA Cup 145ffaa Sambata Istaadiyeemii Wambileetti gaggeeffama. Chelasiin taphoota 13 darbanirratti Maanchester Siitii mo'atee hin beeku. Bara 2021 keessa waancaa Shaampiyoons ...