Abbaan Liyooneel Meesii fi bakka bu'aan isaa Joorjiin Baarseloonaa waliin wal argan garuu taphataa sarara fuulduraa Arjentiinaa ganna 35 kanaaf yaadni jijjiirraa hin dhiyaanne.(Cadena Ser, via Mirror) ...
Taphataan sarara gidduu Maanchister Siitii Jaak Giriilish Etihaad waan turu hin fakkaatu. Turtiinsaa waggoota afurii akka dhuunfaatti badaa gaarii miti. Ammoo Warri Baayer Liverkusan ...
Results that may be inaccessible to you are currently showing.
Hide inaccessible results